Menu
Prev Next
A+ A A-

Yaa’iin Qorannoo fi Qorannoo ‘TB’11ffaan har’a Magaalaa Dirree Dawaatti jalqabama

Finfinnee: Bitootessa 12, 2008 (oromiapo) Yaa’iin Qorannoo fi Qo’annoo ‘TB’ 11ffaa har’aa jalqabee guyyoota afuriif Magaalaa Dirree Dawaatti geggeeffama.

Hogganaan Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa Doktar Muluuqan Argaaw akka jedhanitti, yaa’icha irratti dhaabbileen ‘TB’ irratti qorannoo fi qo’annoo geggeessan bu’aalee qorannoo fi qo’annoo 65 dhiheessanii mariin irratti geggeeffama.

 

Yaa’icha irratti barnoonni ‘TB’ dawaan wal-baree fi ‘TB’ sadarkaa idil-addunyaatti gaariitti ittisuu dandeessisu akka kennamu eegama.

‘TB’ gama ittisuutiin naannoleen hundi hojilee raawwatan dhiheessanii muuxannoo wal-jijjiiru jedhameera.

Yaa’icha malees mata duree” Hunda Haa Qaqqabnu ‘TB’n du’uun haa Ga’u’ jedhuun guyyaan ‘TB’ akka biyya keenyaatti si’a 19ffaaf sadarkaa idil-addunyaatti ammoo si’a 34ffaaf Yuunivarsitii Haramayaatti kabaja; Tajaajila Oduu Itiyoophiyaatu gabaase. FBC

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...