Menu
Prev Next
A+ A A-

Lammiilee deeggaruuf maallaqni baankii gale Birrii miiliyoona dhibba 3 ol qaqqabeera

 

 

 

Finfinnee, Onkololeessa 27,2010–Deeggarsi maallaqaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa nananoo Somaaleerraa buqqa’aniif taasifame, Birrii miiliyoona dhibba 3 ol qaqqabeera.

 

Akka hogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan ibsanitti, deeggarsi akaakuu fi maallaqaan lammiilee buqqa’aniif taasifamu cimee itti fufeera.

Hanga guyyaa har'aatti Birriin 315,466,181.77 lakkoofsota herreegaa deggersaaf banamanitti galii ta'eera.(FBC) 

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...