Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Tapha Chaampiyans Liigii galgalaa Chalsii fi Muunik hinmilkoofne

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee: Guraandhala 11, 2007 (Oromiya) Morkii Chaampiyans Liigii kaleessa galgalaa qaphxii wal-qixaan goolabamaniiru.

Dirreesaan ala PSG’n kan morkate Chalsiin 1 fi 1’n qixa adda ba’eera.

Goolota kanneen Chalsiif – Biraanslaav Ivaanovich; ‘PSG’iif ammoo - Idiisan Kaavaanii galmeessaniiru.

Read more...

Dadabiit bor gara biyyaatti akka hindeebine haalli qilleensaa gufuu itti ta’e

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee: Guraadhala 10, 2007 (Oromiya) Waancaa Konfedareeshinii Afriikaaf gara Siisheelsitti imaluun Koot Di’ooriin 3 fi 2’n kan moo’ate Dadabiit bor sa’a 6’tti Finfinnee akka galutti eegamaa ture.

 

Haata’u malee, xiyyaarri Siishalsii gara Keeniyaatti as qajeele haala qilleensaa hamaan gara Siisheelsitti waan achi deebi’eef garichi bor hafuunsaa beekameera.

Read more...

Simpooziyeemiin hundeeffama Adda Bilisa baasaa ummata Tigraay waggaa 40ffaa sababeefachuun magaalaa Maqaleetti baname.

  • Rate this item
    (0 votes)

[Oromiyaa 09 06 2007] Simpooziyeemiin hundeeffama Adda Bilisa baasaa ummata Tigraay waggaa 40ffaa sababeefachuun magaalaa Maqaleetti baname. Simpooziyeemi kanarratti qabsaa'ooni durii, Ambaassaddar Siyuum Masfiin fi Obbo Abbaay Tsahayee waraqaa qorannoo dhiyyeessanii jiru. Ambaasaaddar Siyuum Masfiin mata duree " Sochii barattoota hanga yaa'ii tokkoffa Adda bilisa baasaa ummataa Tigraay" jedhutu kan dhiyeessan yoo ta'u sochiin kun qaama sochii Paan Afrikaa keessa akka tokkotti fudhatamu danda'a jedhan.

Read more...

Shaampiyoonaan Ispoortii manneen barnoota Oromiyaa iftaan irraa eegalee magaalaa Jimmaatti ni dorgomama.

  • Rate this item
    (1 Vote)

[Oromiyaa 06 06 2007] Shaampiyoonaan Ispoortii manneen barnoota Oromiyaa iftaan irraa eegalee magaalaa Jimmaatti ni dorgomama. Dorgommii kanarratti godinaalee 18 fi Bulchiinsa magaalotaa 12'n irraa barattoonni kumni 5 caalaan ni hirmaatu jedhame. Shaampiyoonaan kun milkaa'inaan eegalalame bifa baay'ee bareeduun akka xummuramuuf qophii barbaachisu hunda xummuruu bulchiinsi magaalaa Jimmaa beeksise.

Read more...

Kaampaaniin maqaa Abbabaa Biqilaa fayyadamuun kophee oomishe himatame

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee: Guraandhala 05, 2007 (Oromiyaa) Ilmi Atleetii Abbabaa Biqilaa - Tafarii Abbabaa kaampaanii maqaa abbaa isaa fayyadamee kophee oomishe gabaaf dhiheesse himachuusaa himame.

Kaampaaniin Itaalii Vaayibraam bara Faranjootaa 2010 jalqabee eyyama maatiisaa ala moggaasa Biqilaa jedhamuun kophicha oomishee gabaaf dhiyeessuun sirrii miti anis kanaafan himadhe jechuun ilmisaa kun dubbateera.

Ameerikaa kan jiraatu Tafarii Abbabaa deeyilii Meel waliin turtii wayita qabaatetti akka jedhetti, kaampaanichi maqaa abbaasaa fayyadamee kophee oomishe gabaaf dhiyeessuunsaa kan jaallatamu ta’ee, maatiisaa dagachuun garuu sirrii miti jedheera.

Dhaabbatichi maatii Abbabaa waan hinmari’achiifneef maatiinsaa bu’aa argamurraa kan hinqooddane ta’uudha Tafariin kan ibse.

Pireezdaantiin kaampaanichaas gaaffii Tafariin kaase sirriidha. Maatii Abbabaa waliin walitti siqnee hojjennee bu’aa akka qooddatan gochuu dhiisuu keenyaaf dhiifama gaaffanna jedhaniiru.

Read more...
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...