Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 12ffaa irratti Itiyoophiyaan warqee 4ffaa argatte

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee Guraandhala 28, 2007(Oromiyaa) Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 12ffaa Finfinneetti dorgomamaa jiru irratti Itiyoophiyaan meedaaliyaa warqee 4ffaa argattee jirti.

Meedaaliyaan afraffaan dorgommii fiigicha meetira kuma shanii garee Dubartootaatiin taasifameeni.

Dorgoommii galgala sa’aatii tokko irratti har’a dorgomame kanaan Atileet Itaagany Maammoo meedaaliyaa warqee afraffaa  Sintaayyahu Lawwuxany ammoo meedaaliyaa meetii 7ffaa argamsiisaniiru.

Read more...

Chaampiyanshiippiin Atileetiksii Afriikaa 12ffaan har’a jalqabama

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee: Guraandhala 26, 2007 (Oromiya) Chaampiyanshiippii Atileetiksii Afriikaa 12ffaan har’a sirna hoo’aa ta'een Isteediyamii Finfinneetti jalqabama.

Chaampiyonshiippiin kun Muummichi Ministiraa Haayilamaariyaam bakka argamanitti sa’aatii  8 irratti  ni jalqabama jedhamee eegamaa jira.

Chaampiyoonshiippii Atileetiksii Dargaggootaa Afriikaa waggoota lamaan dura Moorishiyas qopheessite irratti biyyoonni 29 kan hirmaatan wayita ta’u, inni Itiyoophiyaan har'arraa eegalee keessumeessitu biyyoota dabalataa haaraa 10  hirmaachisuun caalmaa akka qabu ibsameera.

Read more...

Atileet Yoomiif Qajeelchaa shaampiyoonaa Atileetiksii Dargaggoota Afrikaa 12ffaatti nan-hirmaadha jedhe

  • Rate this item
    (1 Vote)

Finfinnee Guraandhala 20, 2007(Oromiyaa) Sababa miidhamaatiin  baatiiwwan lamaaf dirree dorgommii irraa dhabamee kan ture Atileet Yoomiif Qajeelchaa shaampiyoonaa Dargagagoota Afrikaa 12ffaa Finfinneetti adeemsifamurratti akka hirmaatu dubbate.

Fiigicha meetira kuma shaniitiin Itiyoophiyaa bakka bu’uudhaan ALA bara 2013/14 meedaaliyaa warqii kan argamsiise Atileet Yoomiif Qajeelchaa miidhama irraa bayyanachuun akka fayyaa jiru hiammeera.

Read more...

Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaatiif qophiin akka xumurame himame

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee: Guraandhala 16, 2007 (Oromiyaa) Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 12ffaa torban lama booda eegalamuuf qophiin xumuramaa akka jiru himameeera.

Koomishinarri koomishiinii Spoortii Federaalaa obbo Abdiisaa Yaadataa Faanaa Biroodkaastiing Korporeetitti akka himanitti shaampiyoona kanaaf qophiin barbaachisaan xumuramaa jira.

Read more...

Dorgommii Maaraatoonii har’a Tookiyootti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an

  • Rate this item
    (0 votes)

Finfinnee Guraandhala 15,2007(Oromiya) Dorgommii fiigicha maaraatoonii har’a Tookiyootti dorgomame irratti Atileet Indashaaw Nuguseefi Atileet Birhaanee Dibaabaa moo’achuun maqaa biyyasaanii waamsisan.

Dorgommii fiigichaa Atileetroonni Atileetoonni kumni 36 itti hirmaatan kana garee dhiiraatiin Atileet Indashaaw Nugusee sa’aatii 2fi daqiiqaa  05fi sakandii 59tti xumuruun 1ffaa galeera.

Atileetiin Keeniyaa Kiibroochiifi Atileetiin Ugaandaa Chuumbaan ammoo 2ffaafi 3ffaa ta’aniiru.

Read more...
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...