Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Mo’anii darbuun har’a taba tokko keessummeessera

 

 

 

Finfinnee, Waxabajjii 20,2009- Shaampiyoonaan mo’anii darbuu dhiirotaa har’a taba tokko keessummeessera.

Har’a Q/goorgiis Raayyaa Ittisaa waliin istaadiyamii Finfinneetti sa’aa 10:30tti taba gaggeessaniin, Raayyaan Ittisaa 3f 2n injifateera.

Boorummoo Faasiil Waldiyaa waliin istaadiyamii Finfinneetti walfalma.

Kamisa Jimmaa Abbaa Bunaa magaalaa Finfinnee waliin, akkasumas Walaayittaa Diichaan Iityoo Elektiriika waliin tabatu.

Har’aa kaasee guyyoota sadanitti kilaboonni injifatan gara xumura walakkaatti kan darban ta’a.(FBC)

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...