Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Federeeshinichi Heeniikan waliin ispoonsara Birrii miiliyoona 30 walii mallatteesse

Finfinnee, Caamsaa 7,2009 (oromiapo)– Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa ispoonsara Birrii miiliyoona 30 Dhaabbata Heeniikan waliin walii mallatteesse.

Waliigalteen har’a mallatteeffames waggaa 5f kan turu akka ta’e himameera.

Federeeshinichi waliigalteen dhaabbaticha waliin walii mallatteesses oomisha Soofii maaltin akka ta’e kan eerame yammuu ta’u, sirnicharrattis hoggantoonni dhaabbilee lameenii fi maatiin ispoortii argamaniiru.(FBC) 

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...