Menu
Prev Next
A+ A A-

Tarkiin waraanashee deebistee haaraa gurmeessuufi

 

 

Finfinnee, Adoolessa 15, 2008  Tarkiin waraanashee deebistee haaraa gurmeessuuf akka jettu Pireezdaant Reesiip Xaayib Erdoohaan beeksisan.

Manni-maree Ittisaa Olaanaa Mootummaa ministira dhimma alaa biyyattiin hogganamuu fi ministira ittisaa fi qondaaltota olaanoo haammate waraanicha deebisee haaraa akka gurmeessudha Pireezdaant Eerdoohaan kan ibsan.

Yeroo gabaabaa keessattis gurmaa’insi haaraan kun ni-ifoomsama jedhaniiru.

Pireezdaantichi labsii yeroo ariifachiisaa ji’oota sadii labsame dheeressuuf maalumtuu nu hin-dhorku jedhaniiru.

Bulchiinsi Pireezdaantii Erdohaan yaalii mootummaa galagalchuu Fatullaah Gulan qindeesseera jedhame irratti hirmaataniiru jechuun kan shakke loltoota kuma 60 ol, poolisoota, abbootii-seeraa fi barsiisota hojiirraa ari’eera.(FBC)

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...